Mattu University

Yuunivarsiitii Mattuu

መቱ ዩኒቨርሲቲ

Mattu University

የመዉጫ ፈተና እየተሰጠ ነዉ
Event Image
Venue: exit exam
Mattu Campus
Event Date - Feb 14, 2024 : Feb 16, 2024
Event Time - 11:29 AM
 Uploaded By: Super Admin
 Posted On: Feb 15, 2024

Overview

የመዉጫ ፈተና እየተሰጠ ነዉ

የካቲት 6/2016 ዓ.ም (ህ.ው.ግ.ዳ) 

ለ2016 ዓ.ም አጋማሽ ዓመት የጤና እጩ ምሩቃን የመዉጨ ፈተና መሰጠት ጀመረ፡፡ ዪኒቨርሲቲያችን ለ1361 የመጀመርያ ዲግሪ የጤና ሳይንስ እጩ ምሩቃን እንደ ሀገር የሚሰጠዉን የመወጫ ፈተና የተሳካ ለማድረግ ሰፊ ቅድመ-ዝግጅት ሲያደርግ የቆየ ሲሆን ከእነዚህ እጩ ምሩቃን ውስጥ ደግሞ በዛሬዉ እለት 137 ወ. እና 159 ሴ. በድምሩ ለ 296 እጩ ምሩቃን የመዉጫ  ፈተናዉ በተሳካ ሁኔታ መሰጠቱን ከአካደሚክ ፕሮግራም ዳይሬክቶሬት ያገኘነዉ መረጃ ያመለክታል፡፡ የመዉጫ ፈተናዉ እስከ 11/6/2016 ዓ.ም የሚቀጥል ይሆናል፡፡ 

Mattu University

Dedicated to serve the community!

Qormaanni Bahiinsaa Kennamuu Eegale 

Gurraandhala 6/2016 (DQUA) 

Kaadhimamtoota eebbifamtoota digrii tokkoffaa Saayinsii Fayyaa walakkeessa waggaa 2016tiif qormaanni bahiinsaa kennamuu eegaleera. Yuunivarsiitiin Mattuu kaadhimamtoota eebbifamtoota 1361’f qormaata bahiinsaa kennuuf qophii adda addaa gochaa akka turee fi guyyaa har’aa dhi. 137 fi dub. 159 Id. 296’f qormaatichi haala gaariin  kennamuu odeeffannoon waajjira Daayreektoreetii Dhimma Barnootaa irraa arganne ni agarsiisa. Qormaanni bahiinsaa kunis hanga 11/6/2016tti akka itti fufu hubanneerra.  

 Mattu University

Dedicated to serve the community!

Event Video

No Event video URL provided.

Gallery

© 2024 Mattu University Disclaimer Privacy Policy